in

Waldaan Wabii Maccaa lammiilee haleellaa hidhattoota Faannootiin godinaalee Oromiyaatti qe’ee isaanii irraa buqqa’anii gadadoo keessa jiraniif gargaarsa walitti qabuuf jedha.

[ad_1]

Waldaan Wabii Maccaa lammiilee haleellaa hidhattoota Faannootiin godinaalee Oromiyaatti qe’ee isaanii irraa buqqa’anii gadadoo keessa jiraniif gargaarsa walitti qabuuf jedha.

 

Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horro Guduruu Wallaggaa qofaatti namoonni walakkaa miiliyoonaa ta’an buqqaafamuu kan eere waldichi, lammiilee buqqafaman kanneen gargaaruuf waan danda’u gochaa akka jiru hime.

Sanbata dhufu sagantaan galii walitti qabuu marsaalee hawaasaa irratti akka adeemsifamu kan beeksise waldichi, uummanni Oromoo sagantaa galii walitti qabuu kana irratti hirmaatee akka gumaachu gaafatee jira.

Uummata keenya haleellaa hidhattoota Faannootiin buqqaafamanii gadadoo keessa jiraniif nu’i ilmaan Oromoo isiniif jirraa jechuu qabnaa jedhe Waldaan Wabii Maccaa.

 

 

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

News: Ethiopian Red Cross unable to deliver services in Tigray due to lack of medical supply, logistic challenges

Commentary: Why it is time to “Africanize’’ Somaliland’s foreign policy