in

Waggaa 1443ffaan ayyaana Id al Adihaa hawaasa musliimaa biratti kabajamaa jira. – OMN

[ad_1]

Waggaa 1443ffaan ayyaana Id al Adihaa hawaasa musliimaa biratti kabajamaa jira.

 

Ayyaanichi Itoophiyaa keessattis bakkeewwan garaagaraatti qophiilee addaaddaatiin kabajamaati jira.

Ayyaanicha hawaasni musliimaa namoota harka qalleeyyii gargaaruu fi jaalalaan akka dabarsu dureewwan amantii Islaamaa hubachiisaniiti jiru.

Magaalota Finfinnee, Adaamaa, Shaashamannee, Jimma, Dirree Dhawaa Harar, Jigjigaa, Dasee dabalatee kutaalee biyyattii hedduutti ayyaanichi kabajamaati jira.

Ganama har’aa hordoftoonni amantaa Islaamaa heddumminaan bahuun gamtaan ayyaaneffatanii jiru.

Wayituma kana dureewwan amantichaa ergaa dabarsaniin hawaasni musliimaa ayyaanicha harka qalleeyyii gargaaruu, jaalalaa fi waliif yaaduun akka dabarsu dhaamsa dabarsaniiti jiru.

Ayyaanni kun kutaalee addunyaa garaagaraattis bifa ho’aa ta’een kabajamaati jira.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Muslims Pledge to Foster Cooperation, Respect as Observed during Eid al-Adha | Satenaw: Ethiopian News

Amhara civilians were massacred in Tole, but questions remain | Satenaw: Ethiopian News