in

Sirna biltsiginnaa jalatti uummanni Oromoo dhimma ofii isaa murteeffachuuf heeyyama finxaaleyyii halaalaa dhufanii gaafachuun eenyummaa sirna kanaa agarsiisa jedhan kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa.

[ad_1]

Sirna biltsiginnaa jalatti uummanni Oromoo dhimma ofii isaa murteeffachuuf heeyyama finxaaleyyii halaalaa dhufanii gaafachuun eenyummaa sirna kanaa agarsiisa jedhan kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa.

 

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa OMNf yaada kennan, fayidaan addaa Oromiyaan magaalaa Finfinnee irraa argachuu maltu akkasumas handhuura Oromiyaa kan taate magaalaa Finfinnee keessatti Afaan Oromoo afaan hojii akka ta’u gaaffiin gaafatamaa ture sirna biltsiginnaan awwaalamee taa’uun akkaan nu mufachiisee jira jedhaniiru.

Sirni biltsiginnaa lafoota bulchiinsi magaalaa Finfinnee seeraan ala qabate seera qabeessa taasisuun gaaffii daangaa bulchiinsaa magaalattii uummanni gaafataa ture gara dabarsuun gamatti, amma immoo dhimmoota Oromoo waliin walqabatan magaalattii irraa ittisaa akka jiru dubbataniiru.

Uummanni Oromoo gaaffiin magaalaa Finfinnee irratti kaasaa ture ifaan ifatti beekamaa akka ta’e eeranii, waggoota afur biltsiginnaan aangoo irra turetti gaaffiin deebi’e akka hin jirre ibsaniiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Oromia Prosperity Party issues an order directing all 523 state-run schools in Addis Ababa to hoist Oromia Regional State Flag – Mereja

Cyril Ramaphosa Re-elected as Leader of ANC in South Africa –