in

Poolisoonni humna addaa Oromiyaa fi namoonni nagaan 64 haleellaa humnoota Faannootiin aanaa Giddaa Ayyaanatti kaleessa raawwatameen madaa’an Hospitaala Riferaalaa Yuunivarsiitii Wallaggaa galuu maddeen hospitaalaa himan.


Poolisoonni humna addaa Oromiyaa fi namoonni nagaan 64 haleellaa humnoota Faannootiin aanaa Giddaa Ayyaanatti kaleessa raawwatameen madaa’an Hospitaala Riferaalaa Yuunivarsiitii Wallaggaa galuu maddeen hospitaalaa himan.

 

Maddeen hospitaalaa OMNtti akka himanitti, poolisoonnii fi namoonni nagaan heddumminaan madaa’anii gara hospitaalichaa dhufaa jiru.

Kaleessa qofaa namoonni nagaan 64 haleellaa humnoota Faannootiin aanaa Giddaa Ayyaanatti kaleessa raawwatameen madaa’an Hospitaala Riferaalaa Yuunivarsiitii Wallaggaa galuu maddeen hospitaalaa himaniiru.

Miseensonni poolisoonni humna addaa Oromiyaa uummata nagaa dhumaatii irraa oolchuuf wayita jedhan humna kanaan haleelamuutu dhagahame.

Humni faannoo garmalee hidhatee fi baay’ina guddaa qabu naannoo Amaaraatii bobbaafame waraana cimaa uummata aanaa Giddaa Ayyaanaa irratti itti fufuun ibsameera.



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Koongirasiin Federaalawaa Oromoo uummanni Oromoo tokkummaa isaa eegee bifa qindaa’een Oromiyaa dammaqinaan akka eegu yaamicha dhiheesse. – OMN

Police arrest 97 students over refusal to use Oromia regional flag in Addis Ababa – Mereja