[ad_1]
OMN Miidiyaa haalota ulfaatoo isa mudatan mara dandamachuun Ummata Oromoo fi Sabaaf Sablammoota cunqurfamoof itti fufiinsaan sagalee tahuudhaaf danda’edha jedhan Bakka Buutonni Waldaalee hawaasaa, Rogeeyyii fi Qabsaa’onni Oromoo biyyoota garaagaraa jiraatan.
Kaayyoon OMN bu’uureffameef har’as itti fufiinsaan kan tumsuu qabnudha kan jedhan dhalattoonni Oromoo biyyoota garaagaraa jiraatan kun, Ummanni Oromoo miidiyaa kana cina dhaabbachuun akka jabeeffatu waamicha dhiyeessaniiru.
[ad_2]
Source link
GIPHY App Key not set. Please check settings