in

OMN haalotaan osoo hin raafamin ejjennoosaa dhugaa Ummata Oromoo mul’isuu irratti gadi dhaabee itti fufiinsaan hawaasa isaa tajaajiluuf ittiin boonna jedhan Artistoonnii, Bakka buutonni hawaasaa fi Qeerroon kutaalee addunyaa garaagaraa jiraatan.

[ad_1]

Imala qabsoo Oromoo keessatti miidiyaan kun shoora eenyu duraayyuu dhokachuuf hin dandeenye bahateera kan jedhan dhalattoonni Oromoo kunniin, hojii caaluuf itti fufiinsaan tumsuun akka barbaachisu dhaamaniiru.

OMN tumsuu jechuun Ummata keenya qe’ee isaatti dararamaa jiruuf sagalee tahuudha, miidiyaa kana roga maraan guddifachuun caalaatti humna Oromoon itti abdatu taasisuutu barbaachisa jedhan.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

News: Police in pursuit of five Addis Abeba City officials suspected of land grab, grand corruption

News: Worsening security, drought drive Ethiopia humanitarian response rise to $3.335 billion; 11% increase in people in need