in

Obboo Jawaar Mohaammad fi obboo Baqqalaa Garbaa gara Ameerikaa Kaabaa fi Awuroppaatti imaluuf. – OMN

[ad_1]

Obboo Jawaar Mohaammad fi obboo Baqqalaa Garbaa gara Ameerikaa Kaabaa fi Awuroppaatti imaluuf.

Hooggantoonni KFO olaanoon hidhaa turan obboo Jawaar Mohaammad fi obboo Baqqalaa Garbaa gara Ameerikaa Kaabaa fi Awuroppaatti imaluuf jedhu.

Imalli moggaasni Galatoomaa jedhu kennameef kun hooggantoonni kunneen yeroo hidhaa turanitti deeggarsaa fi aantummaa uummanni mul’iseef galata galchuufi jedhameeti jira.

Dabalataanis dhimmoota wayitaawoo biyyattii fi kallattii qabsoo gara fuula duraa irratti Oromoota biyya alaa jiraatanii fi qaamolee dhimmichi ilaallatu biroo waliin ni maryatu jedhameeti jira.

Imala Ameerikaa Kaabaa fi Awuroppaatti taasifamu kanaan magaalota 20 caalaatti uummata waliin mariin akka taasifamu sagantaa bahe irraa hubachuun danda’ameera.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

CBE Pres. Stresses Need to Build Capacity of Domestic Banks by Gradually Opening Up Sector | Satenaw: Ethiopian News

Ethiopia, African Dev’t Bank Discuss on Ways to Further Enhance Bilateral Cooperation | Satenaw: Ethiopian News