in

Murni biltsiginnaa maqaa Oromoo himatu gaaffii uummanni Oromoo magaalaa Finfinnee irratti qabu deebisuuf fedhii wayiituu hin qabu jedhan qondaalonni mootummaa OMNf yaada isaanii kennan.

[ad_1]

Murni biltsiginnaa maqaa Oromoo himatu gaaffii uummanni Oromoo magaalaa Finfinnee irratti qabu deebisuuf fedhii wayiituu hin qabu jedhan qondaalonni mootummaa OMNf yaada isaanii kennan.

 

Qondaalonni olaanoon lama OMNf yaada isaanii kennan, murni biltsiginnaa gaaffii Oromoo seeraan deeggaree deebisuu caalaa karaa burjaajii gaaffii Oromoo dhoksuu filatee jedhaniiru.

Magaalaa Finfinnee handhuura Oromiyaa lafa Oromoo irratti ijaaramtee lafa Oromoo irratti babal’atte, teessoo mootummaa naannoo Oromiyaa taatetti alaabaa Oromiyaa baasuu fi faaruu Oromiyaa faarsuuf kadhachuun Oromoo irra hin turre kan jedhan qondaalonni kunneen, Oromoon lafa isaa irratti finxaaleyyii halaalaa dhufan heeyyama gaafachuuf dirqamee jedhan.

Kunis kan ta’e dadhabbinaa fi shira biltsiginnaa Oromoo himatuun akka ta’e eeranii, uummanni Oromoo murni kun tolaan gaaffii koo deebisa jedhee eeguu hin qabuu jedhan.

Harka micciiree gaaffii ofiif deebii argachuuf uummanni Oromoo tokkummaan qabsaa’uu akka qabus hubachiisaniiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

News: Tigray leader blames federal govt for slow implementation of peace agreement, obstructing humanitarian aid

Tourism Sector Recovering Following Peace Agreement: Ministry of Tourism – Satenaw: Ethiopian News