in

Miseensa Gumii Sabaa ABO kan ta’e Moo’iboon Baqqalaa kaleessa galgala qaama hin beekamneen ajjeefame. – OMN

[ad_1]

Miseensa Gumii Sabaa ABO kan ta’e Moo’iboon Baqqalaa kaleessa galgala qaama hin beekamneen ajjeefame.

 

Moo’iboon raasasaan rukutamee yaalidhaaf erga hospitaala dhaqqabee boodadha kan lubbuunsaa darbite.

Miseensi Gumii Sabaa ABO kun eenyuun akka ajjeefame ammaaf adda hin baane.

Guyyaa har’aa reeffisaa gara iddoo dhalootasa Naqamteetti geeffameera.

Moo’iboon Baqqalaa sababa siyaasaatiin irra deddeebiin hidhamaa akka turee fi qabsoo uummata Oromoo keessatti gahee olaanaa bahataa akka ture waahillan isaa dubbatu.

Moo’iboon barreessaa kitaabotaa akka tures seenaan isaa ni mul’isa.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Humnoonni nageenyaa mootummaa qondaala ABO obbo Alamaayyoo Diroo hidhanii mirga mana murtiitti dhiyaachuu sarbuun himame. – OMN

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Haroo Ayyaanatti gareen of ijaaree hidhate daangaa ce’ee naannoo Amaaraatii dhufuun milishoota Oromiyaa 6 ajjeesuun, 3 madeessun himame.