in

Mana hidhaatti yeroo dheeraaf dararamaa kan jiran qondaalli Adda Bilisummaa Oromoo Abdii Raggaasaa dhibee Tiruu Hepatitis Bdhaan qabamuun dhagahame.

[ad_1]

Mana hidhaatti yeroo dheeraaf dararamaa kan jiran qondaalli Adda Bilisummaa Oromoo Abdii Raggaasaa dhibee Tiruu Hepatitis Bdhaan qabamuun dhagahame.

Maddeen odeeffannoo OMN akka jedhanitti, ragaan mana yaalaa obboo Abdii Raggaasaa dhibee turuun qabamuu mirkaneessee jira.

Sadarkaa dhibeen kun irratti argamu baruuf saamudni gara biyya alaatti ergamee guyyoota 20 booda barama jedhaniiti jiru maddeen.

Obboo Abdii Raggaasaa mana hidhaatii mana hidhaatti erga daddabarfamuu jalqabanii yeroo dheeraan lakkaa’ameeti jira.

Qondaalonni ABO Battee Urgeessaa fi Gadaa Gabbisaas mana hidhaa keessatti dhibee walfakkaataaf saalixamanii, obboo Batteen miidhama cumaa booddee mana hidhaatii bahanii jiru.

Obboo Gadaa gabbisaa dhibee Tiruutiin waldhaansa gahaa dhabanii mana hidhaa keessatti dararamaa akka jiran ibsameeti jira.

Waldhaansas dhabanii haala yaaddessaa keessa akka jiran kan himame obboo Gadaan, haalli itti jiran lubbuu isaaniitiifuu yaaddessaa dha jedhame.

Haalli fayyaa qondaalota koo mana hidhaatti argamanii akkaan yaaddessaa ta’ee jira jedhe ABOn.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Drought Affects over 8 Million People in Ethiopia: UN | Satenaw: Ethiopian News

Deputy PM & FM Demeke Confers with EU Special Envoy to Horn of Africa, Annette Weber | Satenaw: Ethiopian News