in

Magaalaa Finfinnee keessatti manni barnootaa maqaa Artist Alii Birraan moggaafamee fi Haadha warraa isaa Aadde Ilillii Maarqosiin hogganamu akka ijaaramu Kantiibaan magaalaa Finfinnee himan.


Magaalaa Finfinnee keessatti manni barnootaa maqaa Artist Alii Birraan moggaafamee fi Haadha warraa isaa Aadde Ilillii Maarqosiin hogganamu akka ijaaramu Kantiibaan magaalaa Finfinnee himan.

 

Alii Birraa gaafa lubbuun jiru Haati warraa isaa mul’ata barnoota babal’isuu qabdi naan jedhee ture kan jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee sanarraa kaanee Mana barnootaa tokko hundeessuf murteessine jedhu.

Kana malees  Finfinnee keessatti Addababaayiin tokko maqaa Artist Alii Birraan moggaafame ni misooma jedhan Qophii yaadannoo Artist Alii Birraa qophaaye irratti.



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

News: University teachers threaten indefinite strike over pending demands

News: Police in pursuit of five Addis Abeba City officials suspected of land grab, grand corruption