in

Kitaabni mata dureen isaa “Anaa fi Nuhi” jedhu Doktar Taaddasaa Qana’aan barreeffame Yuunivarsitii Ambootti har’a eebbifame. – OMN

[ad_1]

Kitaabni mata dureen isaa “Anaa fi Nuhi” jedhu Doktar Taaddasaa Qana’aan barreeffame Yuunivarsitii Ambootti har’a eebbifame.

 

Sirna eebba kitaabichaa irratti hayyoonni, barreessitoonni, artistoonni, namoonni bebbeekkamoo fi keessummoonni kabajaa hedduun argamaniiti jiru.

     

Kitaabichi kaleessa kan yaadachiisu, har’a kan hubachiisuu fi fuulduraaf waan gaarii kan akeeku ta’uu Doktar Taaddasaa Qana’aa sirna eebbaa irratti dubbataniiti jiru.

Namni yeroo lubbuun jirutti waan gaarii hojjechuu akka qabus  himaniiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Ethiopian officials admit using a Biafra-like siege to starve Tigray | Satenaw: Ethiopian News

Council of Ministers Approves Establishment of National Special Economic Zones | Satenaw: Ethiopian News