in

Irreechi Malkaa Baaroo har’a naannoo Gaambeellaatti irreeffatame. – OMN


Irreechi Malkaa Baaroo har’a naannoo Gaambeellaatti irreeffatame.

 

Sirna kana irratti abbootiin Gadaa naannoo Oromiyaa irraa, haadholiin siiqqee, qeerroowwan, qarreewwanii fi uummanni heddumminaan hirmaatee jira.

Ayyaanni Irreechaa ifatti naannoo Gaambeellaatti kabajamuu kan jalqabe bara darbe.

Hirmaattonni sirna kabaja ayyaanichaa aadaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa Oromoo dagaagsuun gahee uummata Oromoo maraati jedhan.

Jala bultii ayyaanichaa irraa eegaluun, guyyaa kaleessaa mariin paanaalii jiraattota magaalichaafi saboota biroo hirmaachisuun adeensifamaa akka ture koomishiniin naannoo Gambeellaa ibseera.



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Zemene Kassie charged with murder felony | Addis Zeybe

Ethio Telecom introduces 5G network in Adama town of Oromia region | Addis Zeybe