Humnoonni nageenyaa mootummaa qondaala ABO obbo Alamaayyoo Diroo hidhanii mirga mana murtiitti dhiyaachuu sarbuun himame.
Humnoonni nageenyaa mootummaa obbo Alamaayyoo Diroo Fulbaana 29, 2022 irraa eegalee to’annoo jala oolchuun mirga mana murtittii dhiyaachuu isaanii kan sarban ta’uu, haadha warraa obbo Alamaayyoo aaddee Laaqach Haayiluu irraa dhagahuu Addis Standardtu gabaase.
Obbo Alamaayyoon mana jireenyaa isaanii magaalaa Buraayyuuutti argamuu namoota humna nageenyaa mootummaati ofiin jedhaniin qabamanii buufata poolisii aanaa Buraayyuutti argamu.
GIPHY App Key not set. Please check settings