in

Hoogganaan Poolisii Hawaasaa magaalaa Baahir Dar ajjeefaman. – OMN

[ad_1]

Hoogganaan Poolisii Hawaasaa magaalaa Baahir Dar ajjeefaman.

 

Komishiniin poolisii naannoo Amaaraa akka beeksisetti, komaandar Waagaw Taarraqany kaleessa galgala dhukaasa itti banameen ajjeefaman.

Sirni awwaalcha isaaniis raawwaameeti jira.

Hoogganaan Faannoo Zammanaa Kaasee qabamuu isaa Poolisiin naannoo Amaaraa kaleessa beeksisee ture.

       

Ajjeechaan hoogganaa poolisii hawaasaa magaalaa Baahir Daar irratti raawwaatame qabamuu hoogganaa Faannoo waliin walqabachuu fi dhiisuun isaa waanti ibsame hin jiru.

Tibba darbe kantiibaan magaalaa Shawaa Roobit Wubisheet Ayyaalew jedhamanis dhukaasa itti banameen ajjeefamuun ni yaadatama.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Green Legacy Initiative, GERD Demonstrate Ethiopia’s Commitment to Building Green Economy, Says Deputy PM & FM Demeke | Satenaw: Ethiopian News

News: KEFI Gold, govt agencies agree on action plan for first phase community resettlement, local employment, upgrading security at Tulu Kapi Gold Mines in Oromia | Satenaw: Ethiopian News