in

Hoogganaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa doktar Tedroos Adihaanoom loltoonni Ertiraa Eessuma isaanii jalaa ajjeessuu ibsan. – OMN

[ad_1]

Hoogganaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa doktar Tedroos Adihaanoom loltoonni Ertiraa Eessuma isaanii jalaa ajjeessuu ibsan.

 

Kana kan jedhan doktar Tedroos ibsa roobii kaleessaa dhimma Covid 19 ilaalchisuun Jenevatti kennaniin yemmuu ta’u, Eessuma isaanii malee namoonni 50n loltoota Eritiraatiin ajjeefamuu himan.

Haa ta’u malee gandi ajjeechaan kun itti raawwatame eessa akka  ta’ee fi yoom akka raawwatame wanti ibsan hin jiru.

Mootummaan Ertiraa himannaa doktar Tedroos Adihaanom kana ilaalchiisuun hanga ammaatti waan jedhe hin qabu.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

China Launches New Remote Sensing Satellite –

News: WHO Director General says Eritrean troops “murdered” his uncle, more than 50 people in Tigray village – Satenaw: Ethiopian News