in

Hiriironni mormii haleellaa xiyyaaraa fi ajjeechawwan humnoonni lafoo mootummaa Oromiyaa keesasatti namoota nagaa irratti raawwataa jiran balaaleffatu biyyoota garaagaraatti adeemsifamuuf jedha.


Hiriironni mormii haleellaa xiyyaaraa fi ajjeechawwan humnoonni lafoo mootummaa Oromiyaa keesasatti namoota nagaa irratti raawwataa jiran balaaleffatu biyyoota garaagaraatti adeemsifamuuf jedha.

 

Haaluma kanaan Mudde 1 bara 2022 UK magaalaa muummee London waajjira ministira muummee fuulduratti hiriira mormii taasisuuf qophiin taasifamaa jiraachuu qindeessitoota hiriirichaatu OMNtti hime.

Bifuma walfakkaatuun guyyaadhuma kana Nezarlaandisitti hiriirri mormii wakfakkaataan akka taasifamuuf jedhu qindeessitoonni ibsaniiru.

Mudde 2 bara 2022 immoo Norweyitti hiriirri mormii akka bahamuuf jiru ibsameera.

Qindeessitoonni hiriiraawwan kanneenii yaada kennaniin, uummanni Oromoo biyya keessatti gidiraa hammaataa keessa jiraa jedhan.

Yeroo hamtuu kanatti uummata kanaaf sagalee ta’uun akkaan murteessaa ta’uu eeranii, dhalattoonni Oromoo, jaalattoonni sabichaa fi quuqamtoonni mirga dhala namaa hiriira kana irratti hirmaachuun gahee isaanii akka bahan yaamicha dhiheessaniiti jiru.



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Over 450,000 People in Tigray Receive First-Round Humanitarian Assistance –

Jiraattonni Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu humnoonni nageenya mootummaa aanaa gadhiisanii ba’aa waan jiraniif sodaa keessa jirraa jedhu.