in

Hawaasni Oromoo Noorweey magaalota Oslo fi Bergen hiriira mormii bahan. – OMN

[ad_1]

Hawaasni Oromoo Noorweey magaalota Oslo fi Bergen hiriira mormii bahan.

 

Hawaasni magaalota lameenii hiriira bahaniin ajjeechaa hidhattoota Faannoo fi humnoota mootummaatiin uummata Oromiyaa irratti raawwatamu cimsanii balaaleffatanii jiru.

Mootummaan waraana Oromiyaa irratti bane saffisaan akka dhaabuu fi humnoonni Faannoo Oromiyaadhaa bahuu aka qaban hubachiisaniiru hiriirtonni.

Uummata Oromoo biyya keessa jiru cinaa akka dhaabbatan eeranii, hawaasnii addunyaa dhumaatii uummata Oromoo irra gahaa jiry dhaabsisuuf gahee isaa akka bahu dhaamaniiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Hawaasni Oromoo biyya Nezerlaandis magaalaa ‘The Hague’ fi naannawa isii jiraatu hiriira mormii bayuun ajjeechaa fi sarbama mirga namoomaa kutaalee Oromiyaa garaagaraatti raawwatamaa jiru balaaleffatan.

Conflict, Climate Impact Interventions Equally Important to Address Structural Challenges Causing them: Minister – Satenaw: Ethiopian News