in

Hawaasni Oromoo biyya Awustiraaliyaa Bulchiinsa Viiktooriyaa keessa jiraatu magaalaa Meelboornitti hiriira bahe. – OMN

[ad_1]

Hawaasni Oromoo biyya Awustiraaliyaa Bulchiinsa Viiktooriyaa keessa jiraatu magaalaa Meelboornitti hiriira bahe.

 

Kaayyoon hiriira mormii kanaa ajjeechaa, haleellaa diroonii fi xiyyaaraa, dhumaatii suukkanneessaa humnoota faannoo fi deeggartoota mootumama Itoophiyaatiin ummata oromoo irratti gaggeeffamaa jiru balaaleffachuu dha.

Mootummaan humnoota Faannoo Oromiyaa keessaa akka baasu, waraana Oromiyaa keessaa akka dhaabu, haleellaa xiyyaaraa akka dhaabu, waraana Oromiyaa irratti labse dhaabee rakkkna karaa nagaatiin akka furu gaafataniiru.

Hiriira mormii sa’atii afurii oliif gaggeeffame irratti hawaasni addunyaa dhumaatiin ummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru akka dhaabbatuuf gahee isaa akka bahu gaafataniiru hiriirtonni mormii.

Warreen ajjeechaa suukkaneessaa uummata Oromoo irratti raawwatanii fi raawwachiisan  seeraan akka  gaafatamuu qaban hubachiisaniiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Kutaalee Oromiyaa garaagaraatti dargaggoota, barattootaa fi barsiisonni Oromoo humnoota mootummaatiin doorsifamaa, reebamaa fi hidhamaa jiraachuun dhagayame.

China Launches New Remote Sensing Satellite – Satenaw: Ethiopian News