in

Handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinnee Manneen Barnootaa keessatti Alaabaan mootummaa naannoo Oromiyaa akka hin fannifamne fi faaruun naannichaas akka hin faarfamne caasaan magaalaatti Faannoon gurmeesse rakkoo uumaa jiraachuu qaamoleen garagaraa ibsan.