in

Haleellaa Diroonii mootummaan magaalaa Biilaatti tibba kana raawwatameen duguuggaa sanyiitu nurratti raawwatame jedhan jiraattonni magaalaa Biilaa.


Haleellaa Diroonii mootummaan magaalaa Biilaatti tibba kana raawwatameen duguuggaa sanyiitu nurratti raawwatame jedhan jiraattonni magaalaa Biilaa.

 

Haleellaa guyyoota muraasa dura godina Wallagga Lixaa aanaa Boojjii Dirmajjiitti raawwatameen namoota 80tti dhihaatantu ajjeefamee kan jedhan jiraattonni, gara dhibbaatti kan siqan immoo madaa’uu himan.

Haleellaa kanaan namoonni nagaan akka dhuman eeranii, mootummaan yakka duguuggaa sanyii sirna kam keessattuu hin raawwatamne nurratti raawwatee jedhan.

Kun otoo kanaan jiruu maqaan namoota nagaa haleellaa dirooniin magaalaa Biilaatti dhumanii fi madaa’anii gartokkeen qindaa’ee baheeti jira.



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Artist Alii Birraa goota biyyaalessaa waan ta’eef sirni gaggeessaa isaa gaggeessaa gootaatu godhamaaf jedhe koreen sirna gaggeeassaa maatii fi mootummaa irraa hundeeffame.

Seenaa Gabaabaa Doktara kabajaa Artist Alii Birraa (1948-2022) – OMN