[ad_1]
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii Magaalaa Giinciitti Irreechi Malkaa Madda Awaash irreeffatame.
Uummanni Aanaa Dandii fi Uummanni iddoo garaagaraa irraa dhufe uffata aadaan faayamuun Irreecha kana kabajuutu ibsame.
Uummanni Oromoo Irreecha isaa qabsoon deebifate cimsatee akka dagaagfatus abbootiin gadaa wayituma kana waamicha dhiheessaniiti jiru.
Irreechi bakkeewwan garaagaraatti irreeffatamuuf jedhus milkiin akka xumuramu hawwaniiru hirmaattonni sirna Irreecha Malkaa Madda Awaash.
Odeeffannoo kana Waajjira Kominikeeshinii Godina Shawaa Lixaa irraa arganne.
[ad_2]
Source link
GIPHY App Key not set. Please check settings