in

Godina Shawaa Bahaa aanaa Boosatitti humnoonni naannoo Amaaraa haleellaa bananiin lubbuun namoota lamaa darbe. – OMN

[ad_1]

Godina Shawaa Bahaa aanaa Boosatitti humnoonni naannoo Amaaraa haleellaa bananiin lubbuun namoota lamaa darbe.

 

Jiraattonni OMNf yaada kennan, humnoonni Faannoo haleellaa banan kanaan lubbuu namaa dabarsuun alatti qabeenya uummataa guddaa mancaasanii jiru jedhaniiru.

Haleellaan kun gandoota Buttaa Badhaasoo, Buttaa Dongoree fi Buttaa Wagaree jedhamanitti raawwatamuu eeranii, manneen uummataa hedduunis humnoota faannootiin gubachuu himaniiru.

Humnoonni kunneen meeshaalee waraanaa ammayyaa’oo fi ciccimoo ta’an hidhatanii akka socho’an jiraattonni eeeaniiru.

Konkolaataa poolisii naannoo Amaaraatiinis akka socho’an himaniiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Analysis: Doctors urge government intervention to lower impact of skyrocketing stroke cases

TPLF announces beginning disarmament of heavy weapons and artillery | Addis Zeybe