in

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Gannatiitti dargaggoonni Oromoo lama humnoota mootummaan ajjeefaman jedhame. – OMN


Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Gannatiitti dargaggoonni Oromoo lama humnoota mootummaan ajjeefaman jedhame.

Jiraattonni OMNf yaada kennaniin, iddoo Fincooftuu jedhamutti dargaggoonni nagaan lama ajjeefamuu himaniiru.

Dargaggoonni ajjeefaman kunneen Kaayyoo Mitikkuu fi Abdoo Hasan kan jedhaman akka ta’an jiraattonni dubbataniiru.

Naannichatti kana malees humnoonni mootummaa namoota nagaa ajjeesuu fi qabeenya uummataa mancaasuutti akka jiran jiraattotatu hime.



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published.

GIPHY App Key not set. Please check settings

News: Wag Hemra Zone receives first aid convoy in more than a year

News: Wag Hemra Zone receives first aid convoy in more than a year | Satenaw: Ethiopian News