[ad_1]
Godina Horro Guduruu Wallaggaatti guyyaa kaleessaa konkolaataa uummata fe’uun magaalaa Shaambuutii ba’uun gara Aanaa Jaardagaa Jaartee imalaa turerratti finxaaleyyiin Amaaraa haleellaa raawwachuun lubbuu namootaa balleessuu jiraattonni himan.
Konkolaachisaa dabalatee namoota afur haala suukkanneessaan battalatti yoo ajjeesan, kanneen hafan madaa’uu namoonni ijaan argan dubbatan.
Ajjeechaafi Saamichi humnoota finxaaleyyii Amaaraa daangaa qaxxaamuruun Oromiyaa seenanii raawwataa jiran yaaddessaa ta’aa dhufuu maddeen himan.
Humnoonni finxaaleyyii kunneen bifa haaraan godinicha keessatti sochiitti jiraachuu jiraattonni himaa jiru.
[ad_2]
Source link
GIPHY App Key not set. Please check settings