in

Godina Addaa Oromoo Walloo keessatti dhiittaan mirga namoomaa loltoota mootummaatiin dhaqqabaa jiraachuu maddeen naannichaa OMNtti himan.

[ad_1]

Godina Addaa Oromoo Walloo keessatti dhiittaan mirga namoomaa loltoota mootummaatiin dhaqqabaa jiraachuu maddeen naannichaa OMNtti himan.

Godina Walloo Aanaa Daawwee Harawaa keessatti qabata Waraana Bilisummaa Oromoo deeggartuutiin ummanni nagayaa dhiittaa mirga namoomaatiif saaxilamaa jiraachuu himan maddeen.

Waraanni mootummaa gandoota baadiyyaa aanichaa keessa deemuun reebicha raawwataa jira jedhan.

Abbootii warraa fi dargaggoota isin miseensota Waraana Bilisummaa Oromooti jechuun qe’ee keessaa baqachisee, dubartootaa fi ijoollee reebaa fi dararaa jira jechuun maddeen himani jiru.

Walloo magaalaa Kamiiseetti imama masgiidaa dabalatee namoonni 700 ol dabaan hidhamuun dararamaa jiraachuu kan himan maddeen.

Namoota Oromummaa isaanii qofaaf hidhaman kana ragaa sobaa itti qindeessaa jiraachuu eeran.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Godina Arsii Bahaa Aanaa Honqooloo Waabeetti jiraattonni dararaa hamaa keessa akka jiran himan.

Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa waa’ee qondaaltota ABO mana hidhaa keessatti waggoota sadan darbaniif rakkataa jiranii mari’achuuf Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin beellama qabatee jiraachuu hime.