in

Faawundeeshiiniin Odaa Roobaa deeggarsa namoomaa ummata godina Baalee aanaa Laga Hidhaa keessatti beela’eef taasise. – OMN


Faawundeeshiiniin Odaa Roobaa deeggarsa namoomaa ummata godina Baalee aanaa Laga Hidhaa keessatti beela’eef taasise.

 

Faawundeeshiniichi deeggarsa hawaasa Sikkoo Mandoo biyya Kanaadaa magaalaa Edmantan irraa itti ergameen miidhaan nyaataa bituun ummata beela’eef deeggarsa taasisuu isaa ibse.

Deeggarsi kun kan taasifame hawaasaa rakkoo nageenyaa fi hoongeetiin aanaa Laga Hidhaa gandoota akka Jaarraa Abbayyii fi Adeellee irraa buqqa’anii magaalaa Beeltuu keessa buufatan yoo ta’u, Abbootii Warraa 400f daakuu kuntaala dhibba tokko arjoomee jira.

Mallaaqni deeggarsi kun ittiin bitame hawaasa Sikko-Mandoo biyya Kanaadaa magaalaa Edmantan jiraataan irraa kan ergame yoo ta’u, dhaabbanni gargaarsa namoomaa Faawundeeshiinii Odaa Roobaa jedhamu birrii kuma 300 fi kuma 69n deeggarsicha bituun hawaasa biraan gahee jira.



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

The challenges of inclusive, special need education in Adama | Addis Zeybe

Ayyaanni Irreechaa Oromiyaan ala Afrikaa, Awurooppaa, Ameerikaa fi Awustraaliyaatti kabajamaa jira. – OMN