in

Boru Angafa Phaaphaasii kutaa lallabaa Jimmaatti ramadaman simachuuf haal dureen xumuramuu Koreen simannaa OMNitti hime. – OMN

[ad_1]

Boru Angafa Phaaphaasii kutaa lallabaa Jimmaatti ramadaman simachuuf haal dureen xumuramuu Koreen simannaa OMNitti hime.

 

Uummanni Oromoo osoo amantaan wal hin qoodin tokkummaadhaan Phaaphaasota kana simachuuf qophii hoo’aarra jira kan jedhan qindeessitoonni, koree simannaa uummanni Oromoo baadiyyaa fi magaalaa osoo hin hafin simannaa kana akka miidhagsuuf hojjechaa jiraachuu ibsan.

Hordoftoonni amantichaa fi hawaasni abboota isaanii qaamaan arganii simachuuf gammachuu fi hamilee guddaadhaan eegaa akka jiranis himaniiru.

Angafa Phaaphaasii kutaa lallaba Jimmaa ta’anii kan ramadaman Abuna Taklahawaariyaati.

 

 

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Tokkummaan hawaasa Oromoo Kanaadaa Phaaphaasota kutaalee Oromiyaafi sabaaf sablammootatti Sinoodoosiin haaraan ramadaa jiru cimsee kan deeggaru ta’uu beeksise.

At least two people killed in gunfire in Shashemene city as protest against ‘New Synod’ spreads in Ethiopia’s Oromia region – Mereja