in

Biyya Awustiraaliyaatti Hawaasni Oromoo magaalaa Meelboorn boqachuu Artist Alii Biraatiin gadda itti dhagahame ibsan. – OMN

[ad_1]

Biyya Awustiraaliyaatti Hawaasni Oromoo magaalaa Meelboorn boqachuu Artist Alii Biraatiin gadda itti dhagahame ibsan.

 

Hawaasni Oromoo Meelboorn ibsa baasaniin, Artist Alii Birraa waggoota 60 darbanii oliif saba Oromoo olqabuuf hojiin hojjate yoomuu hin dagatamuu jedhan.

Artist Aliin ofii isaa caalaa saba isaaf jiraachuu eeranii, namoota akka kana kennaa qabanii fi kennaa qaban guutuutti sabaaf oolchan argachuun akkaan ulfaataa ta’uu ibsan.

Artist Alii Birraa gama hundaan nama fakkeenya ta’e akka ta’es Hawaasni Oromoo Meelboorn ibsa gaddaa baasaniin eeraniiti jiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

“Ali is a teacher of Oromumma” – Lemma Megersa’s tribute to the late Ali Birra

The 20th National Congress of CPC and the Chinese Path to Modernization –