in

Bataskaana Ortodoksii Tawaahidootti kutaan lallabaa Iluu Abbaaboor Sinoodoosiin Sabootaa fi Sablammootaa hojii isaa cimsee akka itti fufu gaafate.


Bataskaana Ortodoksii Tawaahidootti kutaan lallabaa Iluu Abbaaboor Sinoodoosiin Sabootaa fi Sablammootaa hojii isaa cimsee akka itti fufu gaafate.

Kutaan lallabichaa ibsa baaseen, murtii sinoodoosii buleessi tibba kana dabarse balaaleffateeti jira.

Sinoodoosii buleessi gaaffii uummanni kaasaa tureef furmaata kennuuf fedha akka hin qabaanne murtiin tibbanaa agarsiiftuu dha jedhe.

Abboonni kutaalee lallabaa garaagaraa naannoo Oromiyaatiif Sinoodoosii Sabootaa fi Sablammootaan muudaman gara bakka hojii isaaniitti deebi’uun uummata akka tajaajilan kutaan lallaba Iluu Abbaaboor gaafateera.



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Koree Ijoon Furmaata Rakkoo Bataskaanota Oromiyaa abbootiin 26 sinoodoosii sabootaa fi sablammootaan muudaman gara kutaa lallabaa itti ramadamanii deemanii hojii akka jalqaban murtaa’uu beeksise.

Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dharraa keessatti weerarri hidhattoota faannootiin hawaasa nagaa irratti raawwatamaa jiru akkaan hammaachuu jiraattonni OMN-tti himan.