in

Bataskaana Ortodoksii Tawaahidootti kutaan lallaba Arsii Sinoodoosii Oromiyaa fi Sabootaan kan muudaman Abuna Marqoriyoosiin ala nama biraa kan hin simanne ta’uu beeksise.

[ad_1]

Bataskaana Ortodoksii Tawaahidootti kutaan lallaba Arsii Sinoodoosii Oromiyaa fi Sabootaan kan muudaman Abuna Marqoriyoosiin ala nama biraa kan hin simanne ta’uu beeksise.

Kutaan lallabichaa ibsa baaseen abbaa aadaa, safuu fi afaan Oromoo beekan Abuna Marqoriyoos ramadamuufiitti gammadaa ta’uu himee jira.

Abbaa kanaan ala abbaa biraa isiniif ramadna qaamni jedhu yoo jiraate fudhata hin qabuu jedhe.

Qaamoleen Sinoodoosii Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa keessa dhokatanii hojii siyaasaa fi daldala dhuunfaatti jiran gochaa isaanii irraa akka ofqusatanis kutaan lallabaa Arsii hubachiiseeti jira.

Muudamni abboota 25nii haalduree tokko malee raggaafamee abboonni kunneen gara kutaa lallabaa ramadamaniitti saffisaan akka deebi’anis gaafateeti jira.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Curfew imposed in an Ethiopia regional capital for second time in a year  – Mereja

The Harambee Factor