[ad_1]
Baqattoonni Oromoo Sudaan jiran erga waraanni humna ittisaa biyyichaa fi humna dafee qaqqabaa gidduutti ka’ee rakkoo keessa jiraachuu himan.
Keessattuu haadholiin ijoollee qabatanii waan nyaachisan dhabanii rakkachaa jiraachuu dubbataniiru.
Kaan ammoo ijoolleen harkatti dhukkubsachuun mana yaalaa dhabuun rakkoo hamaa keessa jiraachuu OMNtti himaniiru.=
Waraanni Sudaan torbanoota shaniif gaggeeffame kumaatama biyya ollaatti buqqisee kuma dhibbaan ammoo biyyuma keessatti qe’ee isaanii irraa buqqiseera.
Biyyoonni tokko tokko lammiilee isaanii biyyichaa baasanis baqattoonni Oromoo keessattuu hawwaan Oromoo Daa’imman waliin hedduun waraana kana gidduutti danqamuun rakkoo hamtuu keessa jiraachuu himatu.
[ad_2]
Source link
GIPHY App Key not set. Please check settings