in

Ayyaanni Irreechaa kutaalee Addunyaa garaagaraatti kabajamuu itti fufee jira. – OMN


Ayyaanni Irreechaa kutaalee Addunyaa garaagaraatti kabajamuu itti fufee jira. 

 

Ameerikaa Kutaa bulchiinsa Joorjiyaa magaalaa Atlaantaatti dhalattoonni Oromoo hedduun bakka argamanitti Sanbat duraa darbe  Irreechi bifa miidhagaan kabajamee jira. 

Sagantaan bashannanaa guddaan hawaasa Atlaantaa hirmaachises gaggeeffameera.

Guyyaadhuma Wal fakkaatutti Ayyaanni Irrreechaa Awurooppaa  Amistardaam, Neezerlaandisitti kabajamee jira. 

Baha Giddugaleessaa Kuweetittis dhalattoonni Oromoo Dilbata kaleessaa  walitti dhufuun Irreecha kabajanii jiru.

Ayyaannichi biyya keessaa fi biyyoota alaa bakka Oromoon argamu hedduutti kabajamuu itti fufee jira



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

12th Grade Leaving National Exams Begin in Ethiopia – Satenaw: Ethiopian News

News: Seven killed in armed attack on Djibouti army, IGAD says attack “criminal and cowardly” – Satenaw: Ethiopian News