in

Ayyaana Barii sagantaan yaadannoo Artist Haacaaluu Hundeessaa magaalaa ambootti adeemsifame. – OMN

[ad_1]

Ayyaana Barii sagantaan yaadannoo Artist Haacaaluu Hundeessaa magaalaa ambootti adeemsifame.

 

Kanaanis Artist Hacaaluu Hundeessaa waldorgommii fiigichaa daa’imman harka qalleeyyii 130’f meeshaalee barnootaa bituu fi qophiilee garaagaraan yaadatameeti jira.

Hirmaattonni sagantichaa dorgommii fiigichaa booda bakka dhaloota isaatti ibsaa masqalaa gubaniiru.

Maatiin isaa yaadannoo kana irratti hiriyoota isaa kallattii adda addaa jiran irraa walitti qabuun dabtara barattoota 130 oliif kennaniiru.

Haati warraa Hacaaluu aadde Faantuu Damisoo Hacaaluun lubbuun jiraachuu baatus kaayyoon isaa ni jiraataa jetteetti.

Saganticha irratti namoonni dorgommii fiigichaan sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaatti bahan badhaasa meedaliyaa qopha’e maatiin Artist Hacaaluu Hundeessaa  harkaa fudhataniiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

#ASDailyScoop: Bole Airport Customs announce seizing more than 97 kg cocaine from incoming passenger

#ASDailyScoop: Bole Airport Customs announce seizing more than 97 kg cocaine from incoming passenger | Satenaw: Ethiopian News