Artiist Soninaaf Adam tika Mootummaatiin Magaalaa Adaamaa keessaa butamee erga hidhamee torbanirra caaluu maatiin OMN-tti himan.
Amajjii 16/2023 Magaalaa Adaamaa keessatti tika mootummaatiin butamee hidhame jedhan.
Soninaaf Adam sababa maalif akka hidhame hanga ammaatti wanti itti himame akka hin jirre kan himan maddeen, mana murtiittis hin dhihaatin jira jechuun haala inni keessa jiru ibsaniiru.
Artist Soninaaf weellisaa dargaggeessa wallee aadaa, jaalalaafi hawaasummaa hojjechuun yeroo gabaabaa keessatti beekamtii guddaa argatedha.
GIPHY App Key not set. Please check settings