Arsii Nageelleetti angafa phaaphaasotaa Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoof simannaan taasifamaa jira.
Amantoonni sirna simannaa irratti argamam OMNf yaada kennan, guyyaan kun guyyaa addaati jedhan.
Barootaaf afaan keenyaan tajaajila amantii akka hin arganne dhiubbaa jala turree jedhan.
Angafa Phaaphaasii kutaa lallabaa isaaniitti ramadaman waliin akka hojjatan himaniiti jiru.
Murtiin sinoodoosii haaraa hundeessuu fi phaaphaasota muuduu injifannoo Uummata Oromoo maraatis jedhaniiru.
GIPHY App Key not set. Please check settings