in

Angafni phaaphaasii Abuna Saawiroos Kamisa dhufu gara teessoo Phaaphasummaa isaanii Walisoo deemuun ummata isaanii ni eebbisuu jedhame. – OMN


Angafni phaaphaasii Abuna Saawiroos Kamisa dhufu gara teessoo Phaaphasummaa isaanii Walisoo deemuun ummata isaanii ni eebbisuu jedhame.

 

Sinoodoosii haaraan akka jedhetti, simannaaf koreen hundaa’ee qophii jabaan taasifamaa jira.

Uummanni godinichaa xiqqaa guddaa otoo hin jenne heddumminaan bahee simachuuf qophiitti akka jiru ibseeti jira.

Warreen farda qabanis simannicha dabaaluuf qophii jabaa taasisaa jiru jedhameera.

Keessummoonni guutuu Oromiyaa irraa gara Walisotti guyyaa sana imaluuf akka jedhanis sinoodoosii haaraan beeksiseeti jira.

 

 



Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Ethiopia, France Exchange Views On Ways To Strengthen Economic Cooperation, Current Affairs – Satenaw: Ethiopian News

Oromo Global Forum dabalatee dhaabbileen siiviilii fi amantaa 31 Sinodoosii haaraa kan deeggaran ta’uu ibsan. – OMN