in

Ameerikaatti Hawaasni Oromoo Kaalifoorniyaa gama kaabaa ajjeechaa suukkaneessaa uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru formuuf hiriira bahuuf jira.

[ad_1]

Ameerikaatti Hawaasni Oromoo Kaalifoorniyaa gama kaabaa ajjeechaa suukkaneessaa uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru formuuf hiriira bahuuf jira.

 

Kana malees sagantaan dungoo ibsuu qophaa’aa akka jiru qindeessitoonni OMNtti himaniiti jiru.

Hiriirrii mormii fi sagantaa dungoo ibsuu kun Sanbata dhufu Mudde 17 bara 2022 Okilaanditti akka adeemsifamu ibsaniiru.

Hiriiraa fi sagantaa dungoo ibsuu kana irratti uummata Oromoo biyya keessatti dhumaa jiruuf sagalee ta’uuf jirraa jedhan.

Dhalattoonni Oromoo, jaalattoonni sabichaa fi quuqamtoonni mirga dhala namaa hiriiraa fi sagantaa kana irratti akka hirmaatan koreen qindeessituu yaamicha dhiheessee jira.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Here’s How You Can Make Extra Money From The Comfort Of Your Home

Analysis: Unrest, violence in Addis schools ignite blames of “illegally enforcing” Oromia flag, anthem; leads to security crackdown