in

Alii Birraa biyyi isaa fi addunyaan bakka ilma namaaf fooyyee akka taatu nama tattaafachaa ture dha jette haati warraa Artist Alii Birraa Lily Maarqos ( Ilillii Birraa) sirna gaggeessaa Artist Alii Birraa irratti.

Aadde Ililliin yeroo qormaataa kanatti warra na waliin dhaabbattanii fi jaalattootni Alii Birraa galatoomaa isin haa jajjabeessu jettee jirti. 

Aliin bara  jiraatee darbetti jaalala, tokkummaa fi nagaa ilma namaaf hawwaa ture kan jettu aadde Ililliin hundi keenyayyuu duudhaa isaa kana kudhaammannee tursiifachuu qabna jettee jirti.

Abjuu baay’ee osoo qabuu nama of biraa dhabne dha. Duudhaa isaa eeguun abjuuwwan jaalalaa, tokkummaa fi nagaa inni jiraateef dhugoomsuu qabdu jechuun dhaamtee  jirti.

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Artiist Alii Birraa nama ogummaa wellee qofa osoo hin taane nama dandeetttii gam hedduuti jedhu Artiistonni fi ogeeyyiin muuziqaa sirna Awwaalchaa isaa irratti haasawa godhan.

‘Ethiopian Day’ to Be Celebrated in UAE –