in

Abbaan Duulaa Gadaa Tuulamaa fi Gadaa Oromoo Obbo Dinquu Dayyaasaa Ummata Oromootiif ergaa baga geessanii dabarsan. – OMN

[ad_1]

Abbaan Duulaa Gadaa Tuulamaa fi Gadaa Oromoo Obbo Dinquu Dayyaasaa Ummata Oromootiif ergaa baga geessanii dabarsan.

 

Ayyaanni Irreechaa Irreecha milkii akka tahu hawwii isaanii kan dabarsan Abbaan Duulaa Dinquun, Ummanni Oromoo nagaan bahee akka Irreeffatuuf dhaamaniiru.

Finfinneetti Irreecha Malkaa deebisuutti milkoofneerra kan jedhan Abbaa Duulaa Dinquun, Finfinnee gubbaatti Irreecha Tulluu deebisuufis qophii jabaa gochaa jirra jedhan.

Kana milkeessuuf Foolleen Gadaa Oromoo karra hundaan jiru waadaasaa haaromsuun milkaa’ina kanaaf akka hojjetu, ummanni Irreechaaf bahu  nagaan irreeffatee galuufis gama nageenya ummatichaa eeguutiin gaheesaa akka bahu dhaamaniiru.

[ad_2]

Source link

What do you think?

Aggregated by Ethiopian News Digest

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

GIPHY App Key not set. Please check settings

Irreechaa Is Symbol of Unity

News Alert: EU alarmed over “totally blocked” humanitarian access in Tigray, “greatly impeded” in affected areas in Amhara, Afar