[ad_1]
Aanaalee godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessaa uummanni buqqa’e haala hammaataa keessa jira jedhame.
Aanaa Amuruu magaalaa Aliiboo irraa kaasee mana gubate ijaarree uummata kana haa damdamachiifnu jedha Artist Daani’eel Gammadaa Kara Deemaan.
Naannoo kanatti ammallee haalli jiru sodaachisaa ta’us uummanni kun filannoo biraa hin qabu jedha Kara Deemaan uummata kana damdamachiisuuf hunduu akka dirmatu waamicha godhe.
Aanaaleen Godina Horroo Guduruu Wallaggaa 6 ta’an sababa rakkoo nageenyaan waajjiraaleen isaanii diigamee saamamuu sagaleen miliqee bahe kan hojjettoonni haala yeroo irratti marii godhanirratti dubbatan irraa hubatameera.
[ad_2]
Source link
GIPHY App Key not set. Please check settings